2 Samueli 17:22 - KITAABA WAAQA22 Duuba Daudifi jari isaa ch'ufti galaana Yordani taaku d'aqe; Yo lafti bariite nami tokoleeni ka intaakini injiru. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.