14 Hayyichafi jari isa woliini jiru ch'ufti, ka dad'abini hobaafte, galaana Yordanitini bahe, achiti boqote.
Ato Daudifi jari isaa kara gula yau, Shemeini worra d'aatu, gaara gubba deeme abaare d'akhafi biyyeeni worra had'e.
Duuba Absalomufi worri Israeli ch'ufti, ka Ahithofelileeni keesa jiru, Yerusalemuni bahe.
Hayyu Daudini Bahurimu d'umnaani, namichi fiit'a Saulo toko, ka Shimei ilma Geera jed'ani dira suni keesaa bahe fuula keesa d'ufe arabse.
isaa ka dad'abe ufi jibbaate had'e balleesa. Akanaani inni bahe, worri isaa woliini jiruleeni ch'ufti biraa baqate. Anini hayyu ch'alla ijeesa,