Jennaani Hanani kakhate waan Waaqaani jette, AABBO Waaqa gudda, anini Hana hojattu teeti! Na ilaali, gaargala kiyya argi, na inded'ini, na qaabad'i! Hojja atini ilma naa kennite haga inni jiru ch'ufa anini isa sii keenna; rifeensa isaale haadu itiind'aabani.