2 Samueli 16:11 - KITAABA WAAQA11 Ammalle Daudini waan Abishaifi worra isa gugurdaani jed'e, Ilmi kiyya ufiftu na ijeesu fed'a, namichi gosa Benjamini kunini maanifi isani mamsiisa? AABBO Waaqati abaari jed'eeni, iti lakisa ha abaaruti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.