2 Samueli 15:14 - KITAABA WAAQA14 Jennaani Daudini nama hojattu isa ka Yerusalemu keesa jiru ch'ufa yaame koota, imbaqanna, yo akasi intahiini aka Absalomu duraa baanu inqamnu! Hurrisa! Yokhaani inni yoosu arma d'ufe, nu dabsate nama dira kana keesa jiru ch'ufa hobaasa! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |