11 Duuba nami d'ibba lama jira ka Absalomuni yaame. Worri sunini ka waan suni tokole quba inqamne qulqullooni isa woliini Yerusalemu keesaa bahani, Woliini yaani.
Guyyaani anini waan inni tahu male Waaqa gaafad'eefi suni ch'allaniti. Waan mala sini balleesani, ee hayyicha, naafi worra kiyyale tokole ingaafatini, nu keesa injiru.