2 Samueli 14:7 - KITAABA WAAQA7 Amma tana, Aabbo, gochiti tiyya ch'ufti nati kaate waan nani jettu, gurba oboleesa isaa d'ae ijeesa kaani nuu kenni, aka waan inni oboleesa isaa ijeesefi nuleeni isa ijeemnu. Duuba hojja worri kara sunini gurba kana ka na d'aalule ijeese, worri daara na d'owe d'iirsa kiyya ka injirrele maqa balleesa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |