2 Samueli 14:16 - KITAABA WAAQA16 Anini waan heregad'e aka atini na ch'aqafte namicha anaafi ilma kiyya ijeese lafa Waaqi gumi ufiti kenne keesaa nu baasu fed'u jalaa nu baafte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.