15 Duuba, ee hayyicha, wonti anini si argu d'ufeefi, biyyiti woi na sodaachimnani anini waan jed'e, Eegi, hayyuti himad'a hegeri inni waan anini fed'u fa naa tolcha.
Nu ch'ufti indoona, akuma bisaani lafati jissani ka dandaani wolti indeebine jirra. Waaqileeni nama due inkaasu, ammo hayyichi kara nama lafa d'ibiti baqateeni galchu ind'abu.
Anini waan heregad'e aka atini na ch'aqafte namicha anaafi ilma kiyya ijeese lafa Waaqi gumi ufiti kenne keesaa nu baasu fed'u jalaa nu baafte.
Yo nami d'uga maro tokotu duu Waaqi nama suni goyeese kobla.