34 Duuba Absalomuni gaafasuma kae baqate. Jennaani namichi eeddo eju gumi guddo gaara iraa kara Horoneumu gula buu jirtu arge. Jennaani gara hayyu d'aqe waan arge suni iti hime.
Yonadabuni waan hayyuuni jed'e worri sunini ilmaani tante, akuma anini qara sini jed'e kaani yatate.
Ato Daudini fullo alaatifi ta garaa keesaa jiddu tau, namichi lafa eegu eeddo fulla gubba kore, nama toko ka koba utaalu arge.
Nami nama ijeese booluma ufi qotachu jira; nami tokoleeni iraa ind'owiini.
Nama nyeench'a baqate gorjamaani bahu fakaata! Yokhaani nama inni mana harkaani qabannaani bofi idde fakaata!