2 Samueli 13:20 - KITAABA WAAQA20 Oboleesi isii Absalomuni isi arge jennaani waan jed'eeni, Oboleesa kanke Amnoniti akana si fafeese? Oboleeti tiyya ch'alli, inni oboleesuma keeti, akana garaa inhamatini. Akanaani Tamarini mana Absalomu keesa teete, ka garaani hammaate gammada d'abde. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |