28 Amma waan taatu, askarti tante ch'ufa wolti baasi, dira suni had'i fud'ad'i. Anini ufi gurrani argachu infed'u.
Inni qonqo Dauditi erge waan jed'eeni, Anini yayu Raba had'e dabsad'e madda worrale fud'ad'e.
Jennaani Daudini askarti isaa wolti baase Raba d'aqe had'e dabsate.
Nami qalbi ufiitini dubbatu guddinna barbaada. Ammo anini ka guddinna Waaqa na erge barbaadu ka d'ugaati; ammalle na keesa d'arti injirtu.