2 Samueli 12:11 - KITAABA WAAQA11 Anini worruma kanke keesa nama si balleesu sitiini d'ufa. Gaafa anini nad'eeni tante siraa fuud'e namaa kennu waan suni agarta; duuba nami suni akuma atini agartu guyya gudda nad'eeni teetiini rafa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |