5 Eegi suni isiini aka garaachoofte arginaani, anini ya garaachae jette qonqo Dauditi ergite.
Jennaani Daudini qonqo Yoabuti erge. Waan jed'eeni, Uria, namicha gosa Hiti kaani na gadi ergi. Duuba Yoabuni isa Dauditi erge.
Waan aka hinaafa d'iira dallansiisa inargani; haaloni isiileeni inhobaatu.
Hojja nami niiti nama d'ibi barate, isaafi sunile ha ijeesani.
Yo nami niiti nama d'ibitini rafe, isaafi isiile ha ijeesaniti. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.