13 Jennaani Yoabufi jari isaa had'iisa oriani, worri Shamu duraa baqate.
Gaafa worri gosa Shamu, ka lafa Damaski jiru, duula baase hayyu Hadadezeri qarqaaru d'aqe, Daudini nama kuma diddami lama keesaa hobaase.
Akuma aari lafaa kae baddu, innileeni worra balleesa; akuma ibidi haanch'aa bassu akasuma Waaqi ch'ubbicha balleesa.