2 Samueli 1:23 - KITAABA WAAQA23 Saulofi Jonathanini nama dadansa jaalatani; duafi jireennale wolumaani jirani; worri rissa ira qolchaa, nyeench'a ira jaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kunini maqa askarti gurra qabdu, ta guddo huji beetu, ta gosa Gadi, ta d'ufte goli Daudi taate, gaafa inni lafa gamooji fulla jabeesani jaarani, keesa tau. Worri kunini ch'ufti guddo wonteefi woraanani woi had'u beekha, fuuli worra aka fuula nyeench'a nama sodaachisa ammalle akuma gadamsa gaara ira oria.