2Tasaloonqe 1:12 - KITAABA WAAQA12 Kara kanaani maqaani Aabbo keenna Yeso guddinna isani ira argata, isanileeni isa ira argattani, eeba Waaqaatiifi ta Aabbo Yeso Kristotiini. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Isani worri AABBO Waaqa saalfate isa sodaatu, waan inni jed'u ch'aqasa: Waan isani nama kiyya taatanifi, nami keesani ka gari isani jibbe, isani hanqata. Worri isani goyeese waan jed'u, AABBO Waaqi ha guddinna ufi isani agarsiise isani baasu, aka nu akasiini gammada keesani agarru. Ammo worruma akasi jed'u suni ch'eersani!