2 Kara kanaani aka nu ijoolle Waaqaa jaalannu beenna: yo Waaqa jaalanne seera isaa guunne.
Waan kana duuba anini isaniti hima: woljaalad'a.
Aka Waaqa beennu yo seera isaa guunne beenna.
Ammo nami dubbi isaa guutu ch'ufti ya akuma d'uga qit'eese Waaqa jaalate. Maro waan kanatifi nu imbeenna aka nu Waaqa keesa jirru:
Nu aka dua lakimne jireennati baane beenna; maro oboleyani teenna jaalannuufi waan kana beenna. Nami nama injaalanne duisa keesa jira.
Tanaafi seeri Kristoni nuu kenne kana: nami Waaqa jaalatu oboleoleesa ufile jaalachu male.