1 Samueli 9:9 - KITAABA WAAQA9-11 Sauloni, dansa, nu yaasi jed'eeni, Jennaani dira namichi Waaqa kaani keesa tau d'aqani, ato worri gaara kore dirati oliyau dubra bisaani worabachu yaatuuni fuula keesa wold'ufani. Jaarsi wo himu kaani dira kana jira? Jed'ani dubra suni gaafatani. (Gaafasi Israeli keesa raagani, nama wo himu jed'aniini, Tanaafi hojja nami Waaqa wo gafaachu fed'u, nami sunini waan jed'u, gara nama wohimu nu yaasa jed'a.) အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |