14 Duuba Saulofi namichi hojatu isaa kaani dirati iti d'aabatani; ato dira seenu jiranu Samueli ka fulla eebati deemu fuula keesa wold'ufani.
Aka kaleeti qara AABBO Waaqi waan Samuelini jed'e,