12 Inni ta gari fuud'e gudda nama kumtoko tolcha, ta gari gudda nama shantama tolcha. Ilmaani teesani oobru isaa qote fach'aafte haamti ammo ta gari miha lolaatifi ka gaari suni mid'aasiti.
Solomonini nama kud'ani lama ka arda lafa Israeli fidu, tolche. Worri suni namu arda ufi keesa ganna ch'ufa keesa jia toko sagale barbaade hayyufi worra isaati geesa.
Musani abbooti duula ta nama kunki tokotifi nama d'ibba tokofati mata ta duula galteti dallane,
Duuba inni waan worra gurgurda askarti isaa sunini jed'e, Isani worra gosa Benjamini, na ch'aqasa! Isani waan Daudini oobru mid'aanitifi ta zabibu isani ch'ufaa kenne, ammalle worra gugurda askarti isaa isani tolchu seetani? Wonti isani nati malatani na balleesu feetanifi tana?
Dubriti teesani qayya isaa mid'aasite qit'afi sagalele d'aabdifi.