1 Samueli 7:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani worri Kiriath-Yearimu Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa fuud'e mana namicha Abinadabu jed'ani, ka gaara gubati galu, geese ilma isaa Eleazari fohate, aka inni Sanduqa suni qorqoratu harka, isati kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |