1 Samueli 5:11 - KITAABA WAAQA11 Duuba ammalle hayyoota worra lafa Filisti ch'ufa wolti yaamani waan jed'ani, Sanduqa Wold'aqisa ka Israeli kana fulla isati nuraa deebisa, aka nufi worri keenna inhobaane. Dira suni keesa biyyiti guddo mudamte maro Waaqi aka hama nama gaargalchuti jirufi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |