1 Samueli 4:21 - KITAABA WAAQA21 Jennaani isiini much'a maqa Ikabodi baafteefi waan jette, Guddinni Waaqa yayu Israeli keesaa kae — wonti isiini akasi jetteefi, maro Sanduqa Wold'aqisa Waaqa boojiani ammalle Abbaani d'iirsa isiitiifi d'iirsi isiileeni duanifi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |