18 Daudini namafi waan worri Amaleki boojie ch'ufa nad'eeni isaa lamaani woliini,
waan qara fud'atani iraa buuse. Ammalle Lutu, ilma oboleesa isaa ka boojiani, isaafi hori isaa ch'ufafi nad'eenifi worra qara boojianile deebise.
jara ufi fud'ate, faana iti d'aabate, haro Gibeoniti d'aqabe.
waan jed'eeni, Nu worra keenna ka duula ch'ufa ya tohanne nami tokoleeni ka nu keesa d'abani injiru.
Daudini AABBO Waaqa gaafate waan jed'e, Nyaapa kana reebe ind'aqaba? Inni waan jed'eeni, Reebi, atini d'aqabde worra boojianile ch'ufa iraa buufta.