20 Hojuma suni Sauloni dubbi Samuelini isani jed'e suni d'ageennaani aka hama rifate lafa d'ae. Inni waan laafe, wonti akanatiifi halkanifi guyya suni woma insooranne.
Qarqaarsi atini nama hiyyeesa laafa aka kiyya kana kennitu kana?
Duuba boriyyaate isa machini ira gallaani isiini waan ch'ufa iti haasofte. Jennaani maruma tokotu onneeni isaa hammate, akanumati kokotae.
Inni sifi worra Israeli ch'ufa harka worra Filistiti kenne, duuba bori siifi ilmaani tanteeleni ch'ufti fulla tiyya d'uftani. Ammalle AABBO Waaqi askarti Israeli ch'ufa harka worra Filistiti kenna.
Niitiini taani fulla Saulo d'ufte aka inni aka male mudame arginaani waan jetteeni, Aabbo, anini lubbu tiyya jibbaad'e waan atini tolchi nani jette sii tolche.
Sauloni duula Filisti arginaani guddo sodaate,