1 Samueli 25:6 - KITAABA WAAQA6 Daudini sifi worra kanketifi waan kanke ch'ufa nagaya d'aamafi အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jennaani lubbuuni Waaqa jara keesa, namicha Amasai jed'ani toko, ka eege jara sodoma kaani mata iti tahe, ira buute, jennaani inni waan jed'e, Daudi ilma Yese, nu goli tanteeti! Waaqi siifi goli tante ch'ufa qarqaare eebisinna, inni gamuma kanke jira, Daudini worra fud'ate goli ufiiti dare askarti isa keesa guddinna kenneefi.