1 Samueli 24:12 - KITAABA WAAQA12 AABBO Waaqi ha anaafi sii nama wollaala qabu arguti! Inni waan atini akana na gaargalchiteefi sile gaargalchina anini gama kiyyaani woma si intolchu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jennaani lubbuuni Waaqa jara keesa, namicha Amasai jed'ani toko, ka eege jara sodoma kaani mata iti tahe, ira buute, jennaani inni waan jed'e, Daudi ilma Yese, nu goli tanteeti! Waaqi siifi goli tante ch'ufa qarqaare eebisinna, inni gamuma kanke jira, Daudini worra fud'ate goli ufiiti dare askarti isa keesa guddinna kenneefi.