AABBO Waaqi waan Gideonini jed'e, Nama d'ibba sadi ka aka sare bisaani d'ugeni isani baase worra Midiani harka keesaniti kenna. Nama kaani ch'ufaani gala jed'e.
inni waan Waaqaani jed'e, AABBO worra Filisti kana deeme had'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee beeni, worra had'i, dira Keila suni harka worra keesaa baasi.