1 Samueli 22:6 - KITAABA WAAQA6 Guyya toko Sauloni, ka Gibea jiru, gaara kore, ka woraana harkaa qabu mukha toko jala tae; worri gugurdaani askarti isaa ch'ufti isa marse ejaanje. Jennaani qonqooni d'ufte waan jed'aniini, Daudifi jari isaa yayu mullate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |