14 Jennaani Akishini waan hojattu ufitini jed'e, Namicha kana laala wonini maraata, isani maanifi natiini d'uftani?
Anini hojja ch'ufa AABBO Waaqaa galata deebise, guyya ch'ufale,
Qarooni nama sobu daalle fakaata; ammalle gumbo nyaachitiini gurra nama balleesiti.
Tanaafi hojja worra suni bira jiru inni maraata ufi tolche hojja worri isa d'owele ufi maraache; inni balbala fullo dira irati wot'at'afe, gorora areda ira ufi gayaase.
Anini qara maraata arge inquumne? isani maanifi maraata d'ibiini nati d'uftani? Ka mana keesaleeti maraatu isaatini na gargalchu?