1 Samueli 21:11 - KITAABA WAAQA11 Hojattuuni hayyicha suni waan hayyichani jette, Kunini Daudiniti ka hayyu lafa isaa, kunini namicha nad'eeni sirba keesa faarsite akana jettuniti? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |