1 Samueli 2:9 - KITAABA WAAQA9 Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anini lafa tana irati waan toko d'ibile ya hubad'e; qolchaani dogoomsu keesa guyya ch'ufa nama inqolchu, jannileeni had'iisa guyya ch'ufa indabsatu, qarooleeni guyya ch'ufa bulti inargatu, nami maltichileeni guyya ch'ufa horiti imbahu, ammalle nami jabaani wo beekhuleeni hojja ch'ufa waan fed'u inargatu. Mudani namuma ch'ufati galti.