Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Samueli 2:21 - KITAABA WAAQA

21 AABBO Waaqi akasuma Hana eebise, eegi suni isiini ilmaani d'iira sadiifi dubra lama d'alte. Gurbaani Samueli jed'ani huji AABBO Waaqa suni keesati guddate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Samueli 2:21
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Yo atini waan kana tolchite, Waaqafi namileeni sii eebise siraa gammada.


Aabbo Waaqi Israeli ha eebifamu: Wonti akanatiifi inni gumi ufi qarqaare baasu d'ufe.


Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.


Gurbaani suni guddate jabaate; ammalle guddo qaroo, eeba Waaqa qaba.


Yesoni olguddate, qalbi horate, Waaqafi namileeni isa eebise.


Niitiini ilma deete, maqa isaa Samsoni baafte. Inni olgudate, AABBO Waaqi isa eebise,


Much'aani Samueli jed'ani kaani guddachuma guddate eeba namafi AABBO Waaqale iraa kutate.


Akuma Samuelini guddatuni, AABBO Waaqi isa woliini jiraate, dubbi isa ch'ufa lafa buu d'owe guutefi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ