1 Samueli 2:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani Hanani Waaqa kad'ate waan jette: AABBO Waaqi yayu gammachuuni garaa kiyya guute; maro inni waan kana naa tolchefi amma garaani yayu na jabaate! Anini amma nyaapa kiyya kobla; anini akami gammachu qaba maro Waaqi na qarqaarefi! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |