Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Samueli 18:14 - KITAABA WAAQA

14 waan AABBO Waaqi isa woliini jirufi waan ch'ufa dabsate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Samueli 18:14
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Duuba guddaani mana hid'aansaa kaani waan Yusufuti lakise tokole ira imbaane, wonti akanatiifi AABBO Waaqi Yusufu woliini jira, waan inni tolche ch'ufa keesati kayo kenneefi.


Waan AABBO Waaqi Guddaani isa woliini jirufi inni jabaate gurri isaa fulla ch'ufa gahe.


Tanaafi AABBO Waaqi isa woliini jiraate, waan inni tolche ch'ufa keesati isa qarqaare, huji isaa eebiseefi. Inni hayyu Ashuruti garagale, hojachuufi dide.


Inni Edomu keesa fulla ch'ufati, fulla askartini teetu jaare, biyyiti lafa sunileeni ch'ufti hayyu Daudi jalati bulte. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufa eebise, nyaapa isale ch'ufa isa dabsachiise.


Jennaani Daudini lafa worra keesati fulla askartini isaa teetu jaare, worri isa jalati bule gibira baaseefi. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufa qarqaare, waan ch'ufa isa dabsachiise.


Waan Yehoshefathini faana abba isaa ta qara gula bahe Waaqa Baali jed'ani kad'achu dideefi, Waaqi isaa eebise.


Anini ufi tissa, waan hamtu keesa inseenu. Atini yoomi nati d'ufta? Anini garaa qulqullooni mana kiyya keesa taa,


Ilaala, intalti dubra garaachoofte ilma deeti. Maqa isa Imanueli baasani. Akasi jechaani Waaqi nu woliini jira jechu.


waan anini isani barsiise ch'ufa guuta worraani jed'a. Beekha, haga guyya muummele anini isani woliini jira.


Anini si illakisu, wolumaani jirra, nami tokoleeni dandae woma si intolchu, anini nama heddu dira kana keesaa qaba.


Duuba AABBO Waaqi Yoshua waan ch'ufa keesa qarqaare, gurri isaa lafa ch'ufa gahe.


Hojja wonti kunini taate, waan Waaqi tolchi sini jed'e ch'ufa tolchi, insodatini.


Namichi hojattu isaa toko waan jed'eeni, Anini gurba toko, ka Yese ka worra Bethlehemu, ka aka dansaa kiraari d'au beekhu, imbeekha. Inni ammalle janna mid'aaga, askarti dansa, ammalle guddo dubbi beekha. AABBO Waaqileeni isa woliini jira.


Sauloni aka inni waan ch'ufa dabsatu arge jennaani haga qarale ira isa sodaate.


Ammalle woraani worra Israelitiifi ka Filisti kaani kae. Daudini worra had'e aka d'uga dabsate baqachise.


Akuma Samuelini guddatuni, AABBO Waaqi isa woliini jiraate, dubbi isa ch'ufa lafa buu d'owe guutefi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ