1 Samueli 17:32 - KITAABA WAAQA32 Daudini waan Sauloni jed'e, Aabbo, nami tokoleeni namicha Filisti kana sodaachu himmalle. Nati deeme had'e balleesa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Duuba amma lafa gaareeni ta gaafa anaafi jari wahela kiyya waan isii Musati himne, ta AABBO Waaqi naa kakhate naa kenni. Nu gaafasi ya siti himne, aka worri gugurdaani d'ed'eerani, gosa Anaki, dira gugurda naaboni jaarate keesa tau. Hegeri AABBO Waaqi na woliini jiraate akuma inni jed'e kaani, anini worra arti keesaa baasa.