25 Jennaani waan woliini jed'ani, Nama kana laala aka inni nu ch'ompifatu; hayyichi keenna Sauloni nama isa ijeese waan guddo kennaafi intala ufile fuusise worra isaani damoosa ira imfud'ani jed'e.
Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.