1 Samueli 11:9 - KITAABA WAAQA9 Duuba waan ergattu Yabeshitini jed'ani, Waan isani worra keesanini jettani, Bori, ato aduuni gubba ind'ufinu nyaapa keesani duraa isani baasani. Worri Yabeshi d'aamsa suni d'agaye jennaani aka male gammadani အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |