13 Sauloni sirbafi lalaba iraa deebie jennaani inni fulla sorio iti qalani ta gaara gubba d'aqe.
Namichi toko ka achi tau waan jed'e, Raagooti taani d'ibiini ho? Yo mala keesani abbootini worra eenu? Akanaani jechi kunini gabahe; Sauloleeni ya raaga tahe?
Abbaani guddaani Saulo isaafi hojatu isaa gaafate haga kana ch'ufa isani eesa jirtani? jed'e. Sauloni waan jed'eeni, Nu barbaada harree jira; d'amne jennaani Samueli argu d'anne.