1 Samueli 10:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani Samuelini dulo d'ad'a fuud'e, mata Sauloti naqe muude, d'ungate waan jed'eeni, AABBO Waaqati sii muude hayyu Israeli si tolche. Atini gosa isaa fidde harka nyaapa worraa keesaa baafta. Aka AABBO Waaqi si fohate hayyu worra isaa si tolche akanaani beeta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |