Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1Tasaloonqe 5:20 - KITAABA WAAQA

20 dubbi hafuura Waaqa qabdu intufatiina.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1Tasaloonqe 5:20
20 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gumi Waaqa ta lafa Antiokia jirtu keesa, raagootafi nama wo barsiisu jira. Worri suni Barnabafi Simoni ka Guraacha jed'aniifi Lukio ka lafa Kirenetiifi Manaeni ka hayyu Herode woliini guddateefi Saulo.


Pauloni harka worra ira keyanaani, Lubbuuni Qulqullooni worra ira buute afaani d'ibi dubbatani dubbi Waaqa hasani.


Tanaafi nami d'iira fulla gumiini jirtuti mata hagogate kad'ate yokhaani dubbi Waaqa hasau mata ufi ch'eersa.


toko jabeenna inni waan mamatiini tolchu kennite, ka d'ibi jabeenna dubbi Waaqatiini dubbatu kennitiifi; ammalle nama d'ibi jabeenna inni kenniti Lubbu iraa d'ufteefi ta iraa ind'ufiini himu kennitiifi. Nama toko jabeenna afaani d'ibi dubbatu kennite, ka d'ibi qalbi afaani suni deebisu kennitiifi.


Gumi keesaleti Waaqi ya nama ch'ufa fulla ufi kenneefi: qaraa fiit'e ergattu, ta lameeso raagoota, ta sadeeso barsiiftu; duuba jara waan mama tolchuufi ka d'ukuba fayyisufi ka nama qarqaarufi ka nama dura deemuufi jara afaani d'ibiini dubbatu.


Ato anini guddo hasau beekhe, qalbi ch'ufa qabaad'e waan d'ossani ch'ufa beekhe d'ugefacha gaara buqiftu qabaad'e, ammo jaalala inqamne, anini woma keesa injiru.


Wonti akanatiifi hubachaani teenna qit'eniti, dubbini Waaqa ta nu odeesinuleeni qit'eniti;


Jaalala barbaadu maltani. Abdi teesani kenniti Lubbu gubba keyachu maltani, keesuma kenniti dubbi Waaqaatiini hasaani.


Tanaafi nami barsiisa tana dide ch'ufti nama indinne ammo Waaqa ka Lubbu ufi Qulqullo isanii kennu dida.


Jaalaani tiyya, nama, Anini Lubbu Waaqa qabu jed'u ch'ufa ind'ugefatiina, ammo gargari hubad'a aka lubbuuni suni gara Waaqati d'ufte. Wonti akanatiifi raagi d'ara hedduuni ya lafa d'ufe.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ