Mala kiyya, d'iiga kiyya aka sorio ta aadaani teesani maro d'ugefachatiifi Waaqaa baaftu akasuma jissani. Yo akasi taate, anini gammade duuba nu ch'ufti wolumaani qilit'amna.
Tanaafi nu waan Kristo nama ch'ufati odeesina. Nama ch'ufa gorsineti barsiimna, qalbi teenna ch'ufaani, aka nami ch'ufti Kristo keesati guddate fuula Waaqa duraani d'umnu.
Maqaani kiyya Paulo, nama maro Kristo Yesotiifi hid'aani, ammalle oboleesa keenna Timotheo woliini jira. Gara jaala Filemoni ka nu woliini hojannuufi. Gara jaalafi nama nu woliini hojatu Filemonifi