Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Maatewos 7:4 - Waadaa Haarawa

4 Akkuma kana ija kee keessa gudeelchi uduu jiru, obboleessa keetiin, ‹mee huuba ija kee keessa jiru siif haa baasuu!› attamitti jettaan?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru, attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Maatewos 7:4
5 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isin dursitoota jaamota nana! Waan dhugiddan mara irraayyuu waan akka booke'ee shiikkoo ta'e dhinbiibiddanii ni gattan, waan akka gaalaa gudda'aa ta'e, garuu ni liqimsitan.


Gudeelcha ija kee keessa jiru uduu hin argin, waayee maali'iitiif huuba ija obboleessa keetii keessa jiru laaltta?


Ati fakkeessaa nana! Durssiitii gudeelcha ija kee keessa jiru baasi, saniin duubatti'llee, huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, qulqulleessitee ni argita.»


Akkuma kana guddeelcha ija kee keessa jiru uduu hin argin obboleessa keetiin, ‹yaa obboleessa kiyya, mee huuba ija tee keessa jiru si haa baasuu› jechu'uu attamitti dandeetta? Ati yaa fakkeessaa nana, durssiitii guddeelcha ija kee keessa jiru baasi, kanaan duubatti huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, qulqulleesitee laalu'uuf ni dandeetta.»


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ