Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Maatewos 7:3 - Waadaa Haarawa

3 Gudeelcha ija kee keessa jiru uduu hin argin, waayee maali'iitiif huuba ija obboleessa keetii keessa jiru laaltta?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Huuba ija obboleessa keetii keessa jiru maaf laalta! utubaa ija tee keessa jiru maaf arguu dadhabde?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Huuba ija obboleessa keetii keessa jiru maaf laalta! utubaa ija tee keessa jiru maaf arguu dadhabde?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Maatewos 7:3
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akkuma kana ija kee keessa gudeelchi uduu jiru, obboleessa keetiin, ‹mee huuba ija kee keessa jiru siif haa baasuu!› attamitti jettaan?


Ati fakkeessaa nana! Durssiitii gudeelcha ija kee keessa jiru baasi, saniin duubatti'llee, huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, qulqulleessitee ni argita.»


Farisaayichi dhaabatee onnee isaa titti akkana jechu'uun ni kadhate, ‹yaa Waaqa! Ana akka namoota kaanniinii saamitticha, hamaa, sagaagalaa waan hin ta'iniif, si galateeffadha.›


Nama bira'aa irratti ka murtteessitu ati mataa keetii waan itti sababattu ka hin qabddu, nama bira'aa irratti yoo murtteessitu, mataa kee irratti ni murtteessita, ati nama bira'aa irratti murtteessa'aa, waan naminni itti murtteessite sun raawwatu ni raawwatta.


Yaa obboleeyyan! Naminni dogoggoree balleessaa tokko raawwatee yoo argame isin worri namoota hafuuraa taatan, isin nama akkanaa kana gara laafnnaan qajeelcha'aanii, garuu isin'llee qormmaata akkanaa kanaan akka hin kufnneef, ufi eeggadhaa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ