Wongeela Maatewos 5:9 - Waadaa Haarawa9 Namoota jiddu'utti araaraa fi nageenna worri buusan, ijoollee Waaqaa waan jedhamaniif, ka eebbifaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Worri nama wolitti araarsan worra eebbifame; isaan ijoollee Rabbii jedhamanii! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Worri nama wolitti araarsan worra eebbifame; isaan ijoollee Rabbii jedhamanii! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Isin garuu diinota keessan jaaladhaa! Waan mishaa'llee isaaniif raawwadhaa, harka keenna nutti fakkaata jettanii abddii uduu hin taasisin liqeessaa, kana yoo taasfttan gatiin keessan guddaa ni ta'a, ijoollee Waaqa Jiraata'aa'llee ni taatan, inni worra galata dhabeeyyi'ii fi hamaaleyyi'iif'llee uduu hin hafin arjja'a.