Wongeela Maatewos 22:3 - Waadaa Haarawa3 Nugufnni'llee namoonni waamaman gara areerrii cidhaa akka dhufan yaadachiisu'uuf, tajaajilttoota isaa gara isaanii ni erge, namoonni garuu gara cidhaa dhufu'uuf hin barbaanne.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf, mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Yerusaalem, yaa Yerusaalem! Ati ta nabiyyootaa ajjeefttu! Worra gara kee ergaman'llee dhaga'aan ka woqarttu! Akkuma lukkuun cuuciiwwan isi'ii koola isi'ii jalatti wolitti qabddu, ani'llee ijoollee kee tokkumma'aan wolitti qabu'uuf, yeroo meeqa eeyyame! Isin garuu hin barbaanne.