Wongeela Maatewos 13:3 - Waadaa Haarawa3 Saniin duubatti'llee wonittoota baayi'ee fakkeennaan akkana jedha'aa, isaanitti himuu jala ni qabe, «Kunoo! Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Akkana jedhee mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Itti aansee'llee Yesus kana fakkeennaan akkana jechu'uun isaanitti himuu jala ni qabe, «Naminni tokko biqilttuu woyinni'ii ni dhaabe, naanaya isaa'llee ni dallaye, cuunffaa woyinni'iitiif'llee ka ta'u boolla qotee ni midhaasse, eegiddoo woyinni'iitiif ka tajaajilu siree ol fagaatu ka kaabaa dhaga'aa'llee ni hojjate, kanaan duubatti bakka biqilttu'uu qotee bulttootaaf kireessee, gara biyya fago'oo ni deeme.