Wongeela Luqaas 9:2 - Waadaa Haarawa2 Dhufaatii Mootummaa Waaqaa nama maratti akka himan, dhukkubisatoota akka fayyisaniif isaan ni erge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Jeennata Rabbii akka lallabaniif dhukkubsattoota akka fayyisan akkana jedhee isaan erge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Akka jeennata Rabbii lallabaniif, akka dhukkubsattoota fayyisan akkana jedhee isaan erge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Yesus haasaya isaa itti fufu'uun akkana ni jedhe, «Kitaabban seeraatii fi nabiyyootaa haga Yohaannisii cuupha'aa titti dubbatama'aa turanii jiran, achii asitti'llee ka dubbatama'aa jiru dubbii gammachuu Mootummaa Waaqaati, tokko tokkoon namaa'llee gara Mootummaa sanii titti aseenu'uuf tataaffii cimaa ni taasisa.