Wongeela Luqaas 6:2 - Waadaa Haarawa2 Fariisota keessaa tokko tokko barattoota isaatiin, «Guyyaa Sanbbataatiin raawwatamuu waan hin malle, maali'iif raawwattan?» isaaniin jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaliif waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaf waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |